An illustration from Open Bible Stories in Afaan Oromoo

From story 1

1. Uumama

Kana itti fufee kan ilaallu Waaqayyo jalqaba waan hundumaa ta’uu isaa ti. Kanaafuu Waaqayyo jalqabatti biyya lafaa fi waan ishee keessa jiran hundumaa guyyaa ja’a keessatti uume. Waaqayyo lafa erga uumee booddee lafti dukkanaa fi onaa turte, waanti tokko illee ishee keessatti hin uumamne ture. Haa ta’u malee hafuurri Waaqayyoo bishaan irra sosocho’a ture.

Seenaa Macaafa Qulqulluu: - Seera Uumamaa 1-2

Read this story

Stories (50 of 50)

  1. 1 1. Uumama
  2. 2 2. Cubbuun gara biyya lafaatti gale
  3. 3 3. Bishaan Badiisaa
  4. 4 4. Waadaa Waaqayyoo Isa Abraam wajjinii
  5. 5 5. Ilma Abdichaa
  6. 6 6. Waaqayyo Yisihaaqiif haadha manaa in qopheseef
  7. 7 7. Waaqayyo Yaaqoobiin in eebbise
  8. 8 8. Waaqayyo Yoseefii fi maatiisaa in oolche
  9. 9 9. Waaqayyo Musee in waame
  10. 10 10. Dha’icha kurnan
  11. 11 11. Faasigaa
  12. 12 12. Biyya Gibxiitii ba’uu Israa’elootaa
  13. 13 13. Waadaa Waaqayyo Israa’elootaa wajjin gale
  14. 14 14. Lafa onaa keessa deddeebi’ani
  15. 15 15. Biyyattii Abdii
  16. 16 16. Bilisa Baaftota
  17. 17 17. Waadaa Waaqayyo Daawitii wajjin gale
  18. 18 18. Mootumaa addaan hirame
  19. 19 19. Raajota
  20. 20 20. Boojuu fi boojuudhaa deebi’uu
  21. 21 21. Waaqayyo waa’ee Masihichaa abdii in kenne
  22. 22 22. Dhaloota Yohaannis
  23. 23 23. Dhaloota Yesuus
  24. 24 24. Yohaannis Yesuusiin Cuuphe
  25. 25 25. Seexanni Yesuusiin in qore
  26. 26 26. Yesuus tajaajila isaa jalqabe
  27. 27 27. Fakkeenya namicha gaarii warra Samaariyaa
  28. 28 28. Dargaggeessicha sooreessa
  29. 29 29. Seenaa garbicha dhiifamma hin qabnee
  30. 30 30. Yesuus namoota kuma shan nyaachisuu isaa
  31. 31 31. Yesuus Bishaan Irra Adeeme
  32. 32 32. Yesuus nama hafuurri xuraa’aan qabee fi dubartii dhukkubsatte in fayyise
  33. 33 33. Seenaa Qotee-bultichaa
  34. 34 34. Yesuus Seenaawwan biraa barsiise
  35. 35 35. Seenaa abbaa gara laafessaa
  36. 36 36. Bifti Yesuus jijjiirame
  37. 37 37. Yesuus Alaazaariin du’aa kaase
  38. 38 38. Yesuus dabarfamee kenname
  39. 39 39. Yesuus firdiitti dhiyaate
  40. 40 40. Yesuus in fannifame
  41. 41 41. Waaqayyo Yesuusin du’aa in kaase
  42. 42 42. Yesuus gara waaqaatti ol deebi’ee
  43. 43 43. Waldaan Kristiyaanaa in jalqabamte
  44. 44 44. Pheexiroos fi Yohaannis namicha kadhataa ture tokko fayyisani
  45. 45 45. Filiphosii fi Abbaa taa’itaa lammii Itoophiyaa
  46. 46 46. Phaawuloos Kristaana ta’e
  47. 47 47. Phaawuloosi fi Siilaas Filiphisiyoos keessatti
  48. 48 48. Yesuus Masihicha isa abdachiifamee dha!
  49. 49 49. Waadaa Waaqayyoo isa Haaraa
  50. 50 50. Yesuus in deebi’a

Questions about Open Bible Stories in Afaan Oromoo

What is Open Bible Stories in Afaan Oromoo?
Open Bible Stories is 50 key stories of the Bible, from Creation to Revelation, for evangelism and discipleship. All 50 are translated into Afaan Oromoo, and every one of them can be read on this page. Where audio, video or a PDF exists in Afaan Oromoo, you can listen, watch or download it too.
Is this a translation of the whole Bible?
No. These stories retell biblical accounts; they are not a translation of the whole Bible into Afaan Oromoo. Many teams translate the stories first, and go on from there to translate Scripture itself.
Can I copy, print, or adapt these stories?
Yes. Open Bible Stories is free to use, adapt and share under the Creative Commons Attribution-ShareAlike 4.0 license (CC BY-SA 4.0): copy it, print it, record it or build on it — including commercially — as long as you credit the original work and release what you make under the same license.
How can I help finish or improve the Afaan Oromoo translation?
Translations are made by teams from the language community. The Translate page explains how a team works, checks its translation with local churches, and gets help from unfoldingWord.

More questions and answers

About this translation

Language code
om
Region
Africa (ET)
Published by

unfoldingWord® Open Bible Stories — Free to use, adapt, and share under CC BY-SA 4.0. Source on Door43