An illustration from Open Bible Stories in Borana-Arsi-Guji Oromo

From story 1

1. Dada

kanatti aansinee waan maraa ka jalqabe Waaqa akka te’e ilaalla. Maarre Waaqi biyya lafaatii fi waan isii keessa jiru mara guyyaa jaa keessatti dade. Waaqi lafa dadeen duuba, latti dukkana; bifalle hin qadduuyyu; duwwaalle'e. Wonni tokkolle isii keessatti hin dadanneeyyu. Te’uu malee Ayyaanni Waaqaa bisaan irra tatacho'aa ture.

Dabarsii Kitaaba Woyyichaa:- Seera Daadaa 1-2.

Read this story

Stories (50 of 50)

  1. 1 1. Dada
  2. 2 2. Cubbuun biyya lafaa seente
  3. 3 3. Bisaan Badi’ii
  4. 4 4. Gondooroo Waaqi Abraam Woliin Godhate
  5. 5 5. Ilma Addi'ii
  6. 6 6. Waaqi Niitii Yisihaaqiif qopheesse .
  7. 7 7. Waaqi Yaaqoob Eebbise.
  8. 8 8. Waaqi Yoseefii fi Maatii Isaa Hambure
  9. 9 9. Waaqi Muusee Waame
  10. 10 10. Balaa Kudhan
  11. 11 11. Irra Dabarama
  12. 12 12. Israa’elooti Biyya Gibxi’ii Keessaa Bayane
  13. 13 13. Gondooroo Waaqi Israa'eloota woliin godhate
  14. 14 14. Goomolee Keessa Joonjane
  15. 15 15. Lafa Waada’aa
  16. 16 16. Worra Bilisa Baasu
  17. 17 17. Gondooroo Waaqi Daawiti woliin godhate
  18. 18 18. Mootummaa Gargar Qoodante
  19. 19 19. Raagota
  20. 20 20. Booji’amiisaa fi Boojuu Keessaa Deebi’iisa
  21. 21 21. Waaqi Masiihii Addii Kenne
  22. 22 22. Dhaloota Yohaannisii
  23. 23 23. Dhaloota Yesuusii
  24. 24 24. Yohaannis Yesuus cuuphe
  25. 25 25. Seexanni Yesuus Ataabe
  26. 26 26. Yesuus Tajaajila Jalqabe
  27. 27 27. Dabarsii Namicha Byya Samaariya’aa Ka Marartii Qabuu
  28. 28 28. Dargaggeessa Dureessicha
  29. 29 29. Dabarsii Garbicha Marartii hin Qannee
  30. 30 30. Yesuus Nama Kuma shan Areere
  31. 31 31. Yesuus Bisaan Gubbaa Ideeme.
  32. 32 32. Yesuus Nama Ayyaana Hama’aan Qabameeruu fi Dubartittii Dhibanteertu Takka Fayyise
  33. 33 33. Dabarsii Qonnaan Bulaa Tokkoo
  34. 34 34. Yesuus dabarsii dhibii hedduu barsiise.
  35. 35 35. Dabarsii Abbaa Gdhi-laafessaa
  36. 36 36. Bifi Yesuusii jijjiirame.
  37. 37 37. Yesuus Alaazar Du’aa Kaase
  38. 38 38. Yesuus Dabarfamee kenname
  39. 39 39. Yesuus Mura’aaf Dhikaate
  40. 40 40. Yesuus Fannifame
  41. 41 41. Waaqi Yesuus Du’a Keessaa Kaase
  42. 42 42. Yesuus Gara Ol-gubba’aa Deebi’e
  43. 43 43. Wolde’i Kiristaanaa Jalqabame
  44. 44 44. Pheexroosii fi Yohaannis Namicha Kadhataa Ture Fayyisane
  45. 45 45. Filiphoosii fi Guneessa Itoophiya’aa
  46. 46 46. Phawuloos Kiristaana Te’e
  47. 47 47. Phawuloosii fi Siilaas Filiphisiiyus Keessatti
  48. 48 48. Yesuus Masiihii Addiin Kenname
  49. 49 49. Gondooroo Waaqaa Haareya
  50. 50 50. Yesuus Hin deebi’a

Questions about Open Bible Stories in Borana-Arsi-Guji Oromo

What is Open Bible Stories in Borana-Arsi-Guji Oromo?
Open Bible Stories is 50 key stories of the Bible, from Creation to Revelation, for evangelism and discipleship. All 50 are translated into Borana-Arsi-Guji Oromo, and every one of them can be read on this page. Where audio, video or a PDF exists in Borana-Arsi-Guji Oromo, you can listen, watch or download it too.
Is this a translation of the whole Bible?
No. These stories retell biblical accounts; they are not a translation of the whole Bible into Borana-Arsi-Guji Oromo. Many teams translate the stories first, and go on from there to translate Scripture itself.
Can I copy, print, or adapt these stories?
Yes. Open Bible Stories is free to use, adapt and share under the Creative Commons Attribution-ShareAlike 4.0 license (CC BY-SA 4.0): copy it, print it, record it or build on it — including commercially — as long as you credit the original work and release what you make under the same license.
How can I help finish or improve the Borana-Arsi-Guji Oromo translation?
Translations are made by teams from the language community. The Translate page explains how a team works, checks its translation with local churches, and gets help from unfoldingWord.

More questions and answers

About this translation

Language code
gax
Also known as
Afan Oromo, Southern Oromo, Galla, Galligna, Gallinya, Booran, Boraan, Oromo, Borana (Booran)
Region
Africa (ET, KE)
Published by

unfoldingWord® Open Bible Stories — Free to use, adapt, and share under CC BY-SA 4.0. Source on Door43